album cover
3Obsaa
22.331
Worldwide
3Obsaa wurde am 11. September 2021 von Vision entertainment LLC als Teil des Albums veröffentlicht3Obsaa - Single
album cover
Veröffentlichungsdatum11. September 2021
LabelVision entertainment LLC
Melodizität
Akustizität
Valence
Tanzbarkeit
Energie
BPM150

Credits

COMPOSITION & LYRICS
Yosan Getahun
Yosan Getahun
Songwriter

Songtexte

Dho'aa dho'ee dho'e
Dhawwisa dha'ee dhoo'e
Dhawwisa dha'ee dhoo'e
Dhawwisa jawwee saafaa
Naachi rifatee qabate
Naachatu riphee qabate
Ohoo ohoo ehee ehee
Dide waayyoo waayyuu dide
(Ohoo ohoo ehee ehee)
(Dide waayyoo waayyuu dide)
Fardi qofaa hin kaatu
Maaf qofaa kaate maaf qofaa kaate
Dide garbuu nyaachu
Luugama nyaate luugama nyaate
Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola
(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)
Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola
(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)
Roobe bubbise (naanaa)
Buuse bakakkaa (naanaa)
Qaxxisa lole (naanaa)
Seenee walakkaa (naanaa)
Roobe bubbise (naanaa)
Buuse bakakkaa (naanaa)
Qaxxisa lole (naanaa)
Seenee walakkaa (naanaa)
Seenee walakkaa
Seenee walakkaa
Seenee walakkaa
Seenee walakkaa
Bulloo bulloo bulloo bulloo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Hayyicha sanyii gootaa
Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku
Maa tuttuqanii tola nurraa eegu
Hayyicha sanyii gootaa
Yoo tuqan lolee isa qolachuu beeku
Maa tuttuqanii tola nurraa eegu
Naanaa naanaa lammacha koo naanaa
(Naanaa naanaa lammacha koo naanaa)
Naanaa naanaa lammacha koo naanaa
(Naanaa naanaa lammacha koo naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Lammachi fardaa (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Yoo kaate tola (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Lammachi sangaa (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Yoo qote tola (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Lammachi harree (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Yoo baate tola (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Lammachi namaa (naanaa)
Yaa lammachakoo (naanaa)
Yoo lole tola
Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa
Faana ragaduu kuni madaa nu qaba
(Reebicha dibbee sirba karaa kaabaa)
(Faana ragaduu kuni madaa nu qaba)
Shishiqirrisee marxifatee kaabbaa
Maaliif na firooma wanbadeen kaabaa
(Kaaba kallattin lama lachuu beekna)
(Nuun ta'u jenne jara akkamiin oofna)
Goota dhabanii callifachuun hooda
Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa
(Goota dhabanii callifachuun hooda)
(Dhiiga marartuu sana nuu barbaadaa)
Geeraru malee an akkamiin cooku
Haa ba'u gumaan ilma dhugaa beekuu
(Geeraru malee an akkamiin cooku)
(Haa ba'u gumaan ilma dhugaa beekuu)
Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)
Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)
Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)
Haa ba'u gumaan (ilma dhugaa beekuu)
Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola
(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)
Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola
(Bulloon garmaamu tola maaf mana hidhaa oola)
Obsaan sadii obsa obsi tokkicha
Agartu yaadatta isa gaafichaa
Birraa abdatanii ganna hin qoosani
Murtee bara kanaa kana hin beekani
Dhugaatu nu qaba yaa dhugaa dhabaa
Hacuucamni rabbii obsi waa qaba
Sagaltama garbaa ce'e miillikee
Yoo humna dhabdellee jira Waaqnikee
Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu
Asan jira jettee natti hin birmattuu
Walee kiyya walee yaa walaawwaltuu
Asan jira jettee natti hin birmattuu
Bulloo bulloo bulloo bulloo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Bulloo kiyya bulloo
Yaa bulloo bulloo farda bullo
Written by: Samuel Alemu, Yosan Getahun
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...