album cover
Ofee
1358
R&B/Soul
Ofee è stato pubblicato il 30 ottobre 1998 da Dawite Mekonen come parte dell'album Gola Bahi
album cover
Data di uscita30 ottobre 1998
EtichettaDawite Mekonen
Melodicità
Acousticità
Valence
Ballabilità
Energia
BPM134

Video musicale

Video musicale

Crediti

PERFORMING ARTISTS
Dawite Mekonen Geleta
Dawite Mekonen Geleta
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Dawite Mekonen Geleta
Dawite Mekonen Geleta
Songwriter

Testi

Ofee yaa sawwa koo, beenu hin galla, beenu hin galla
Adurree abbaa fiixee yaa saawwaa koo
Aduun nurraa dhiite yaa saawwaa koo, beenu hin galla beenu hin galla
Aduun dur dhokate yaa saawwaa koo
Torbeerra qaarite yaa saawwaa koo, beenu hin galla beenu hin galla
Ofee yaa saawwaa koo, beenu hin galla, beenu hin galla
Jibbicha abbaa Raayyaa yaa saawwaa koo
Yeroon galu wayyaa yaa saawwaa koo, beenu hin galla beenu hin galla
Xalaa coomaa irra ta'e yaa saawwaa koo
Man-duuba dhaabate yaa saawwaa koo, beenu hin galla beenu hin galla
Ofee yaa saawwaa koo, beenu hin galla beenu hin galla
Ol ilaallaa walee gadii roobeehoo
Gaangoo diida walee kam dursi qotiyyoo
Nan ilaalin
Nan ilaalin waloo an hin boyu
Malli ija walee ammas kootihoo
Ana wal haasa'u waloo wal haasa'u
Daakiyyee qilleensi raase walalaa
Ana maraa
Ana maarachu waloo maraachuu
Siif bo'anu maraadhehoo walalaa
Arfaasa ji'a gannaa wal haasa'ehoo
Karaatoo na deemani walala
Kokkolfa wa'
Kokkolfaan wal miidhani wal haasa'u
Haasaan jira hin jedhani wal haasa'uhoo
Silaa roobee maal arganna wal haasa'u
Bishaan cobsa hin jiru walalaa
Utuu bonyee
Utuu bonyee maraanna wal haasa'u
Keenya obsaan hin jiru walalaa
Marabbaa kee na gaddu wal haasa'u
Ilillii meeqaan bitu walalaa
Maaf arga kee
Maaf arga kee na dhaqu wal haasa'i
Si fudheen Leeqaa hin lixu walalaa
Yaa ittiisa bara gamaa wal haasa'u
Darabee tarkaanfattuu walala
Yoo si dhiisa'
Yoo si dhiisan maal qaba wal haasa'u
Gatani barbaadatu walalaa
Qamalee jiraachifte wal haasa'u
Weeyinii calalaqqisa walalaa
Hojii warraa
Hojii warrakee nu huub' wal haasa'u
Meequu teenya gaaddisa walalaa
Silaa Horrooti gallaa wal haasa'u
Maal abbaashii daganna walalaa
Meeqa yaata
Meeqa yaata ammallee wal haasa'u
Maal abbaashii wal dhabna walalaa
Yaa shungee koo harree daboo galtu
Yaa shungee koo garaa jal'isee bar
Yaa shungee koo heennaa Najjoo galtu
Yaa shungee koo karaatan siin eega
Yaa shungee koo bobbogee baallisaa
Yaa shungee koo maalin mana ijaarta?
Yaa shungee koo dallaa nu baayistee
Yaa shungee koo maal garaa na nyaatta
Yaa shungee koo yoo faccaasan marga
Yaa shungee koo kanaachi maal argu
Yaa shungee koo yoo sodaatan warraa
Yaa shungee koo kanaachi eessa dhaqu?
Yaa shungee koo halkan dhaqi dha'ii
Yaa shungee koo an siin jalqabina
Yaa shungee koo ati halkani ga'i
Yaa shungee koo an si qaqqabina
Haa yaaduuree hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Haa yaaduuree hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Kuruphee miilla too hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Yaa galaana Shiichii hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Hin dhufte hiriyaa koo hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Yaa garaa na ciisi hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Durtuu (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Durtuu (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Haa yaaduuree hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Haa yaaduuree hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
'hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
'hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
'hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
'hoomaa ofee
(Haa yaaduuree hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Durtuu (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Durtuu (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Durtuu (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Duree (Hoomaa ofee)
Written by: Dawite Mekonen Geleta
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...