album cover
Hirohe
album cover
Hirohe è stato pubblicato il 1 gennaio 2006 da Kemer Yousuf come parte dell'album NABEK
AlbumNABEK
1 gennaio 2006
EtichettaKemer Yousuf
BPM
Melodicità
Acousticità
Valence
Ballabilità
Energia

Testi

Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Obboletti seeraa maggalaa
Maarttikeetu farddan sakkalaa
Si gaggeessaa mani kee essa
Obboletti seeraa maggalaa
Maarttikeetu farddan sakkalaa
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Barrbares barrbbaarr ciissaa
Maarttikeetu gaffaa gaddisa
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriio tenyaa hiirriiyo tenyaa
Gargar bannee maal malii kenyaa
Si gaggeessaa mani kee essa
Annu beeka (mana keessa)
Annu beeka (fuulaa keessa)
Annu beeka (mana keessa)
Annu beeka (biyyo keessa)
Annu beeka (tessoo keessa)
Annu beeka (biyyo keessa)
Annu beeka (fuulaa keessa)
Annu beeka (suraa keessa)
Annu beeka (si gaggeessaa)
Annu beeka (si gaggeessaa)
Annu beeka (si gaggeessaa)
Annu beeka (nut'u si geesaa)
Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriiyo hee hiirriiyo hee
Si gaggeessaa mani kee essa
Akka rasee dhibee mataa ishii
Akka rasee dhibee off basii
Si gaggeessaa mani kee essa
Hiirriio bontu hiirriiyo bontu
Bona waalin heeruuma hin ooltuu
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Si gaggeessaa mani kee essa
Written by: Kemer
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...