album cover
Bareeduu Ambo
album cover
Bareeduu Ambo è stato pubblicato il 16 luglio 2026 da Hachalu Hundessa come parte dell'album Oromummaa
16 luglio 2026
EtichettaHachalu Hundessa
LinguaEnglish
BPM168
Melodicità
Acousticità
Valence
Ballabilità
Energia

Testi

Baddeessaa Alagaa
Kichuutti maa muranii
Kichuu kichuu laachee muranii
Kichuu laachee muranii
Bareedduu Oromoo
Michuu malee hinbulani
Michuu michuu maleehin bulani
Nan dhuftu qophaa jira ani
Ilji koo diddee sumaa na ilaltii
Barsumaa na ilaltii
Kan bira dhifte sumaa na ilaltii
Been si fudhadhe gala Ambootti
Ilji koo diddee sumaa na ilaltii
Barsumaa na ilaltii
Kan bira dhifte sumaa na ilaltii
Been wal fudhane gala Shawaatti
Feetuu baburan
Feetuu konkolaataan demta
Karaa Jibuutii
Ahaa si jaalee jedhi
Ahaa si jibbe jedhii
Takka nati himitumma
Garaa na kuti
Feetuu baburan
Feetuu konkolaataan demta
Karaa Jibuutii
Ahaa si jaalee jedhi
Ahaa si jibbe jedhii
Takka nati himitumma
Garaa na kuti
Marree akkan sijaaluu sila beektaa
Marree utuma beektu maliif boontaa
Marree akkuma feete tatus marree
Wanan si jaaluuf takka hin are
Marree akkan si jaaluu sila beektaa
Marree utuma beektu maliif boontaa
Marree akkuma feete tatus marree
Wanan si jaaluuf takka hin are
Baddeessaa Alagaa
Kichuutti maa muranii
Kichuu kichuu laachee muranii
Kichuu laachee muranii
Bareedduu Oromoo
Michuu malee hin bulani
Michuu michuu malee hin bulani
Nan dhuftu qophaa jira ani
Ilji koo diddee sumaa na ilalti
Barsumaa na ilaltii
Kan bira dhifte sumaa na ilaltii
Been si fudhadhe gala Ambootti
Ilji koo diddee sumaa na ilaltii
Barsumaa na ilaltii
Kan bira dhifte sumaa na ilaltii
Been wal fudhane gala Shawaatti
Been Wancii dhaqnaa
Amboo biyyaa koo kessa qaxxaamure
Anoo kan biraa hin baree
Kan akka kees hin agarre
Nan boontes jadhee soo
Garaa hin hiree
Been Wancii dhaqnaa
Amboo biyyaa koo kessa qaxxaamure
Anoo kan biraa hin baree
Kan akka kees hin agarre
Nan boontes jadhee soo
Garaa hin hiree
Marree akkan sijaaluu sila beektaa
Marree utuma beektu maliif boontaa
Marree akkuma feete tatus marree
Wanan si jaaluuf takka hin are
Marree akkan si jaaluu sila beektaa
Marree utuma beektu maliif boontaa
Marree akkuma feete tatus marree
Wanan si jaaluuf takka hin are
Marree
Marree
Marree
Marree
Written by: Hachalu Hundessa
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...