album cover
Sinawayya
94
Traditional Pop
Sinawayya은(는) {albumName} 앨범에 수록된 곡으로 2024년 6월 22일일에 Gutu Abera에서 발매되었습니다.Gaaffii Koo
album cover
발매일2024년 6월 22일
라벨Gutu Abera
멜로디에 강한 음악
어쿠스틱 악기 중심
발랑스
춤추기 좋은 음악
에너지
BPM130

크레딧

실연 아티스트
Gutu Abera
Gutu Abera
리드 보컬
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
플루트
Thomas Dahl
Thomas Dahl
전자 기타
Oddhild Louise Nyberd
Oddhild Louise Nyberd
바이올린
Jacob sønnesyn
Jacob sønnesyn
베이스 기타
Carmen Boveda
Carmen Boveda
첼로
Danga h.yesus
Danga h.yesus
백그라운드 보컬
작곡 및 작사
Gutu Abera
Gutu Abera
작사가 겸 작곡가
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
보컬 편곡가
프로덕션 및 엔지니어링
Gutu Abera
Gutu Abera
보컬 프로듀서
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
프로듀서
Edvard Tronstad
Edvard Tronstad
어시스턴트 믹싱 엔지니어
George Tanderø
George Tanderø
마스터링 엔지니어

가사

Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbin na ciisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbin na cisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Utuma jaallatuu onneen banamee
Jedhee shakkii hin qabuu meeqaan ganame
Guyyaan natti tolee bakkalchi ifaa
Si jaallachuu borus ittuman fufaa
Abbayyan waraabe halluuf qopheesse
Halluuf qopheesse
(Gara samiitti urri saaqee barressee)
Bareeda kee ibsuuf jecha na hanqata kun dhugaa dha
(Nama gaarii ta'uu kee onnen koo dubbata)
Dabasa kee hiitee mormaaran callee harkisaa
Halkan halkan dhuftee dhaabattee
(Ijaa koo dura deeddemta)
Haga amma bareeddu beekta jaalalle filamte
Addunyaaf dhiyaattee dorgomta
(Monaalizaa ee caalta)
Jalalli kan kee humna koo darbee
Na caale dhukkubsee na hidde
Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbin na ciisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbin na ciisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Akka yaandoo roobe bubbeen Hagayya
Sirraa adda hin ba'u dukkana'u guyyaa
Simalee nan jette onnen gaggabduu
Sirraan ala abdii ka biraa hin qabdu
Sifaan bitaa hin yaadin meetiidhaaf waarqee kaadhimaa godhee
(Calleef birrii morma kettii naqqadhee)
Kan siif malu hinjiruu bakka hundumaa argee kee addaadha
(Umamumaa keetu hirribaa na dhorkee)
Birraatu bari'e siddisni lagaa lalisee latiin lagaa kunoo magaartee
(Kanniisni daamuu dammeesse)
Onne koo boojite jaalala dhugaan hidditee na dide bar jedhee si malee
(Abbuma feete ee caalta)
Lookoo bareeddu jedheen si waama jaalalle kottu gama dirree
Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbiin na ciisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Sinaawayya hunduma dhiisee
Si argannan qalbiin na ciisee
Urjii barii yaa biiftuu ganamaa
Kan biraa hin fedhuu kiyya si'uma
Written by: Gutu Abera
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...