album cover
Sinbardaadu
album cover
Sinbardaadu은(는) {albumName} 앨범에 수록된 곡으로 2026년 7월 16일일에 Hachalu Hundessa에서 발매되었습니다.Oromummaa
앨범Oromummaa
2026년 7월 16일
라벨Hachalu Hundessa
언어English
BPM83
멜로디에 강한 음악
어쿠스틱 악기 중심
발랑스
춤추기 좋은 음악
에너지

가사

Hamman si shakku
Maa gargar hin baanee
Mamidhaan jiraachuu an
Keessikoo hin feenee
An badaan si shakkee
Nikakatta atii
Otoo gargar baanee
Ani fedhii kooti
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Hamman si shakku
Maa gargar hin baanee
Mamidhaan jiraachuu an
Keessikoo hin feenee
An badaan si shakkee
Nikakatta atii
Otoo gargar baanee
Ani fedhii kooti
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu ani
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Anaan natti hin tollee
Haalli hee baranaa
Of mimiidhagsitee
Ennaa baatu manaa
Yaadaan naan sokkitee
Qalbiin koo si faanaa
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
An mamiin koo siif haa galu
Lubbu ofii homtu hin caaluu
Naan nagayee yaa jaalleto
Addaan baana yaa giiftiitoo
Ani Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Wanta jirus marii'anna
Gaariis yaraas dudubbanna
Fedhiidhumaan gargar baanaa
Fedhiudhumaan gargar baanaa
Ani Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
An amman si shakku
Maa gargar hin baanee
Sodaadhaan jiraachuu an
Keessikoo hin feenee
An badaan si shakkee
Ni kakaatta atii
Otoo gargar baanee
Ani fedhii kootii
Sin barbaaduu
Sin babaaduu ani
Sinbarbaaduum bar
Sin barbaaduu
Coraan koo of jibbee
Haala kee ilaalee
Sitti himus hin dhiisnee
Ati ammas sin gallee
Anaan natti tolaa
Otoo gargar baanee
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
An sodaan koo siif haa galuu
Lubbu ofii homtuu hin caalu
Naan nagayee yaa jaalletoo
Addaan baana yaa giiftiitoo
An sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Wanta jirus marii'anna
Gaariis yaraas dudubbanna
Fedhiidhumaan gargar baanaa
Loluu malee addaan baanaa
Ani Sin barbaaduu
Sin barbaaduu
Written by: Hachalu Hundessa
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...