Слова
Urjiikoon siin jeedha
Akka gadaa keenya Qarrii urjiis shanii
Sii fuudhe baduuf Jaaroo nun dhisaani
Qamaakoon siinjeedha
Qamaakoon siinjeedha Qubnii harkaas shanii
Marmarraa bahuunkoo Bar siinhargaafanii
Subiirraa jalqaabee Salahanilee shanii
Koottu diggitiikoo Koottin siibeekanii
Koottu diggiti koo Anaan siibeekanii
Walfurran dhufaanni Moottin gibbees shanii
Koottu diggitikoo Koottin siibeekanii
Koottu diggitiko Anaan siibeekanii
(Hoo hooo ooo ooo)
(Hee hee eee eee ee)
(Hooo hooo oo ooo)
(Hee hee eee eee)
Buu'uraa jiruukotti Yaa hadhaanuraa
Halkaan waarri Taa'een lalaa suuraa
Suuriikee afaan baase Nan dubaatu
Guuba Jaalalakee nan hubaatu
Nurra jiruukeeti yahadhaa Nurra
Halkaan waarii ta'een Lalaa suuraa
Suuriikee Afaan baase nan dubaatu
Gubaa jalaalakee nan hubaatu
Uuu ottun silaalhu aaduun
(Dhittee barritee)
Hee Maal Waaya jalaalikeetu
Qophaa naamitee
Akka jalaalaan sii Kudhaamadha
Digguko Kanaafan siifarfaadha
(Hoo oohoo ooo ooo)
(Hee hee eee ee ee)
(Hoo hoo oo ooo)
(Hee ee eee ee)
Galaana gubaa doonni jalaalan naa himalchisaa
Garaan jaalate yoom namaa sarmee boqote ciisaa
Nan nyaadha jeedhu sagadaaf asheenii naati hin mii'aauuu
Nan raafaa jeedhus affaataf borhaatin naaf hin mijaahuu
Nan raafisuu naa fuundura yaada naaqee
Maaraba jedheen kessumesa jalaalakee
Nan raafisuu naa funduraa yaada naqee
Maraaba jedheen keesumesa jalaalakee
(Hoo ho oo ooo oo)
(Hee hee eee eee)
(Hoo hoo ooo ooo)
(Heehee eee ee)
Urjiikoon siin jeedha
Akka gadaa keenya qaarri urjiis shaani
Siifuudhe baduudhaf jaaro nun dhisaani
Qamaakoon siinjeedha
Qamaakoon siinjeedha qubni harkaas shanii
Marmaara bahuunko baar siin hargaafanii
Suubiira jalqabee
Salahanile shanii
Koottu diggitiko koottin siibeekanii
Koottu diggitiko anaan siibeekanii
Walfurraa dhufaanni
Moottin gibbees shanii
Koottu diggitiko Koottin siibeekanii
Koottu diggitiko Anaan siibeekanii
(Hoohoo oo ooo oo)
(Heehee ee ee ee)
Hooho oo ooo oo
(Heehee ee ee eee)
Buu'uraa jiruukotti yaa hadhaa nurraa
Halkaan waarri ta'een lalaa suuraa
Suuriikee afaan baase nan dubaatu
Gubaa jalaalakee nan hubaatu
Buu'uraa jiruukotti ya hadhaa nurra
Halkaan waarri ta'een lalaa suuraa
Suuriikee afaan baase nan dubaatu
Gubaa jalaalakee nan hubaatu
Uuu otoon ta'ee siyaadu
Aduun
Dhitee barrite
Me malwayaa jalaalikeetu
Qobaa naamitee
Akka jalaalaan sii kudhamaadha
Diggukooo kanaafan sii farfadha
(Hoohoo oo ooo oo)
(Hehee ee ee eee)
(Hoohoo oo ooo oo)
(Heehee ee eee ee)
Barbarchikelee nan rifaachisu karaan dheraatee
Jalaala keenyaan firrii gammadee ormiis heraate
Jalaanen sumaa giftiin jalaala kessuman onnee
Dhugaan siijaldhee siidhabuun feedhu an waa sinsobnee
Nan raafisu na fundura yaada naaqee
Maraaba Jedheen kessumesa jalaalakee
Nan raafisuu naa fuundura yaada naqee
Maraaba jedheen Kessumesa jalaalakee
(Hoohoo oo ooo oo)
(Heehee ee ee eee)
(Hoohoo oo ooo oo)
(Heehee ee ee eee)
(Hoohoo oo ooo oo)
(He he eee ee)
Written by: Simee Tufaa