album cover
Halaala
2,386
World
Halaala was released on September 20, 2023 by Emala Entertainment as a part of the album Halaala - Single
album cover
Release DateSeptember 20, 2023
LabelEmala Entertainment
Melodicness
Acousticness
Valence
Danceability
Energy
BPM114

Music Video

Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Netsanet Sultan
Netsanet Sultan
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Samigo Ayelle
Samigo Ayelle
Songwriter

Lyrics

Jaalalli gumaacha guddaa
Kennaa eebbisaa waaqaa guddaa (Waaqaa Waqaa guddaa)
Naaf fiilee filmaata addaa
Kennee galgala eebbaa gubbaa (eebbaa eebbaa gubbaa)
Uumaman uumaman kee
Kee adduman uumaman kee
Uumaman uumaman kee
Kee adduman uumaman kee
Uumaman uumaman kee
Kee adduman uumaman kee
Uumaman kee
Kee addumaa uumaman kee
Waanuma kee qofa yaadaa
Guuyyee beellamni geettuu qoodaa (geettuu geettuu qoodaa)
Shallaalee fua jedheetan bahaa
Sirbee shallamuu siif an qaba (siif an siif an qaba)
Jaalalanii siif mo'ameeraa
Jaalalanii siif mo'ameeraa
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Damma walalaa koo
Chakkolaataa mi'aawaa koo
Hedduu jalatamaa filatamaa
Keetu beekee kee kee bareedaa koo
Yaadaaf fedhiima koo
Kana diimsuu nama tokko
Argeen nama namaf amanamuu sima qofaan kee kee walalaa koo
Jaalalanii siif mo'ameeraa
Jaalalanii siif mo'ameeraa
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee
Written by: Samigo Ayelle
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...