album cover
Welini
228
World
Welini was released on May 17, 2024 by Nahom Records Inc as a part of the album Mayaye
album cover
AlbumMayaye
Release DateMay 17, 2024
LabelNahom Records Inc
Melodicness
Acousticness
Valence
Danceability
Energy
BPM80

Music Video

Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Lemlem Hailemichael
Lemlem Hailemichael
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Ras Gofer
Ras Gofer
Songwriter

Lyrics

Ani mo'eenaa milkaa'ee baranaa
At' dhuuftee taatee nafaanaa
Gammachuu manaa
Ani mo'eenaa
Naaf toltee baranaa
Atis waadaa naaf dabaltee
Malkaa waliin taanaa
Ati qabamtee baay'ee riifatan
Nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
Ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
Nafiilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan
Eyyee eyyeekaa eyyee
Kan siihaawatuu nama baay'ee keessattii
Hundarra caalee kiyyaa sigodhee hammaa dhuumattii
Eyyee eyyeekaa eyyee
Jaalaltii dhuugaa hawwataan kuumaadhaa
Sin keessa carraan jaalatamaa dha
Argaa walfuudhaa
Waliin jiraanna walinii
Jaalala dhugaa heddunii
Jirraa jiraannaa walinii
Mana tokkotti nagaanii
Ani mo'eenaa
Naaftoltee baranaa
Atis waadaa naaf dabaltee
Malkaa waliin taanaa
Ati qabamtee baay'ee riifatan
Nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
Ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
Nafilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan
Eyyee eyyeekaa eyyee
Jaalaltii dhuugaa dhuumaansaa bareedaa
Hiikkansaa guuddaa anuu ragaadhaa
Gamachuu addaa
Eyee eyyeekaa eyee
Galannii hagayuu abjuun hiikameetii
Dheebuun jaalalaa fuuramee martii hammaa dhuumAti
Waliin jiraanna walinii
Jaalala dhugaa heddunii
Jirraa jiraanna walinii
Mana tokkotti naaganii
Waliin jiraanna walinii
Jaalala dhugaa heddunii
Jirraa jiraanna walinii
Mana tokkotti naaganii
Waliin jiraanna walinii
Jaalala dhugaa heddunii
Jirraa jiraanna walinii
Mana tokkotti naaganii
Written by: Ras Gofer
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...