album cover
Nan barbaada
34
Traditional Pop
Nan barbaada was released on June 22, 2024 by Gutu Abera as a part of the album Gaaffii Koo
album cover
Release DateJune 22, 2024
LabelGutu Abera
Melodicness
Acousticness
Valence
Danceability
Energy
BPM134

Music Video

Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Gutu Abera
Gutu Abera
Lead Vocals
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
Flute
Thomas Dahl
Thomas Dahl
Electric Guitar
chapi Studio
chapi Studio
Strings
Thomas Nordvik
Thomas Nordvik
Trumpet
Oddhild Louise Nyberd
Oddhild Louise Nyberd
Violin
Jakob Sønnesyn
Jakob Sønnesyn
Bass Guitar
Carmen Boveda
Carmen Boveda
Cello
COMPOSITION & LYRICS
Gutu Abera
Gutu Abera
Songwriter
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
Vocal Arranger
PRODUCTION & ENGINEERING
Gutu Abera
Gutu Abera
Vocal Producer
Mira Thiruchelvam
Mira Thiruchelvam
Producer
Edvard Tronstad
Edvard Tronstad
Assistant Mixing Engineer
George Tanderø
George Tanderø
Mastering Engineer

Lyrics

Fedhii jireenyaakoof kan ani abdaadhu
Ganama dhabbadhee gamasii millaadhuu
Iddoo gaarii olee bakka nagaa buluu
Haadha hiyyeessaa furee tolaa namaf ooluu
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Qaraa ilaala iji koo guyyoota lakkaa'a
Humnikoof abdiin koo qixa galaa ta'a
Daale elmee muchaa gu'aan hin mirgisuu
Kaayyoo kofan chichaa ta'us hin caallisuu
Jalqabni godaana deemsi dhumaatu caala
Dukkana da'ate iji koo ifaa guddoo ilaalaa
Iddoo gaarii olee bakka nagaa buluu
Haadha hiyyessa furee tolaa namaf ooluu
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada nan barbaada
Baay'ee eeguu hawwuun abjuudha jedhani
Dhiichisanii sirbu dibbee rukutanii
Naan garuu hawwiin koo Odaa jala ciisee
Urjii lakkaa'uudha gofla yaadaa baasee
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Sagaleen simbiraa boruu mana kooti
Weeduu sagalee isheen abdii natti himti
Ifti biiftuu maddee karaa foddaa cabaa
Mana koo olseene milkii gaarii qabaa
Ka'i deemi nan jedha, qillensi afarsuu
Fedhiin abjuu miti enyuu sin daangessu
Abjuudha jedhaan abjuudha jedhaani
Baay'ee hawwani baay'ee eguuni
Maal oddeesaaree jamaa qilleensi
Sumaan barbaada anoo ammasii
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada (nan barbaada)
Nan barbaada nan barbaada
Written by: Gutu Abera
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...