album cover
Eshurruru
1,838
World
Eshurruru was released on March 11, 2013 by Buda musique as a part of the album Ethiopiques 28 - Great Oromo Music
album cover
Release DateMarch 11, 2013
Melodicness
Acousticness
Valence
Danceability
Energy
BPM104

Music Video

Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Ali Mohammed Birra
Ali Mohammed Birra
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Abubaker Mussa
Abubaker Mussa
Songwriter

Lyrics

Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu manni keenna lameen
Ushuruuruuruu ollaa wolum biraa
Ushuruuruuruu lameen wol jaallatee
Ushuruuruuruu mi'aan wojji jiiraa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen galaa
Ushuruuruuruu durattuu ni dhuftaa
Ushuruuruuruu torbanilleen haftuu
Ushuruuruuruu ofnan wollaalchiini
Ushuruuruuruu jaalalti tee hamtuu
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu manni keenna lameen
Ushuruuruuruu ollaa wolum biraa
Ushuruuruuruu lameen wol jaallatee
Ushuruuruuruu mi'aan wojji jiiraa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu halkan lama taha
Ushuruuruuruu guyyaa nan dararin
Ushuruuruuruu dhukkuba jaallaalaa
Ushuruuruuruu waa ofittin barani
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu halkan lama taha
Ushuruuruuruu guyyaa nan dararin
Ushuruuruuruu dhukkuba jaallaalaa
Ushuruuruuruu waa ofittin barani
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Ushuruuruuruu yaa burtukaaneewoo
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Damma waalaalaa been sifudheen gaalaa
Written by: Abubaker Mussa
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...