album cover
Oromummaa
album cover
Oromummaa adlı parça {albumName} albümünün bir parçası olarak Hachalu Hundessa tarafından 16 Temmuz 2026 tarihinde yayınlandıOromummaa
AlbümOromummaa
16 Temmuz 2026
FirmaHachalu Hundessa
DilEnglish
BPM183
Melodiklik
Akustiklik
Valence
Dans Edilebilirlik
Enerji

Şarkı sözleri

Oromummaa isheen jaalle
Enyummaa sheefi duuti
Aadaa shee guddisuuf oliif gadi kaatti
Sabboontuu Oromoo
Isheen yoomuu kootii
Isheen yoomuu kootii
Afaan shee miidhagaa
Hugguu isheen haasooytu
Orommummaa sheetin yommuu itti boontu
Baay'een ishee jaallee
Daran jaalatamtuu
Daran jaalatamtuu
Anaaf ulagaan koo ulaagaan jaalalaa
Bifaafi bareedinaa hundumaayyu caalaa
Akkaan ishee jaalluu kan na godhee keessaa
Oromummaa sheeti an kanuman ibsa
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
Oromumma isheen jaalle
Enyummaa sheefi duuti
Aadaa shee guddisuuf oliif gadi kaatti
Sabboontuu Oromoo
Isheen yoomuu kootii
Isheen yoomuu kootii
Afaan shee miidhagaa
Hugguu isheen haasooytu
Orommummaa sheetin yommuu itti boontu
Baay'een ishee jaallee
Daran jaalatamtuu
Daran jaalatamtuu
Horsadeettan arge yommu irreffattu
Umaa shee kadhattee yogguu ishiin deebitu
Uffata aadaatiin miidhagdee bareeddee
Tasa ishee laaletan keessi go gammade
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatin naaf ta'i nagayaa
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatin naaf ta'i nagayaa
Anaaf homtuun jiruu isheen kan qixxaa'u
Ani booji'ameef umurii koo guutuu
Enyummaan shee qofti na ga'ee qufeeraa
Ka biraan barbaadu ishumaanan boona
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
Sabboontu Oromoo jaalallee too faayaa
Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
Written by: Hachalu Hundessa
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...