制作
出演艺人
Gutu Abera
领唱
Mira Thiruchelvam
长笛
Thomas Dahl
原声吉他
Oddhild Louise Nyberd
小提琴
Carmen Boveda
大提琴
作曲和作词
Gutu Abera
词曲作者
Mira Thiruchelvam
声乐编曲
制作和工程
Gutu Abera
声乐制作人
Mira Thiruchelvam
制作人
Edvard Tronstad
助理混音工程师
George Tanderø
母带工程师
歌词
Onnen koo cabee kan aadu
sii dhisee deemuu hin barbaadu
jiruukoon asitti ilaala
bakkan egaaluun walalaa
Sirra fudhadheen imaana
qalbii hirameen wallana
guddelchaa yaadatin guree
miiranin beeknen abuuree
Sidhisee deemufi na dide garaani
si wojjiin jiraachuf na eegaa karaani
kanatu dhibee anaanii .
Asi qubbadheen achii akkuma billacha
kankoo waanta lama sukkaraf ebbichaa
kayyoo dhisee ta´uu sammunkoo hin dandau
Si male jiraadhes jiruun koo hin milkaa´u
Giddu galan jiraa joraan qalbii hiraa
Giddu galan jiraa joraan qalbii hiraa
Giddu galaaan jiraaaaa
Asiif achii hallayya gidduu kanaan lafaa
qajjiisa koo qabee galanarra ofaa
ifee dukkana´ee dukkana´e ifa
olka´ee dhaabate deebi´emmoo kufaa
Written by: Gutu Abera