旋律
歌曲有多麼清晰易記且符合明確音樂模式的旋律。通常,旋律分明的作品會擁有清晰易記的器樂或人聲主線。
原聲音質
此指標衡量一首歌曲在多大程度上依賴原聲樂器 (例如鋼琴、吉他、小提琴、鼓、薩克斯風),而非電子或數位合成音效
Valence
歌曲透過和聲與節奏所傳達的音樂積極性或情感基調。數值高通常對應快樂、興奮或愉悅感,數值低則與悲傷、憤怒或憂鬱相關。
節奏感
綜合了節拍穩定性、節奏型態與重拍強度等多重因素,以判定一首歌曲適合跳舞的程度。一首「節奏感強」的歌曲,通常具備穩定的速度、重複的音樂結構與明顯的強拍。
輕快
曲目的律動感可能受節奏快慢、音量起伏與聲譜密度所影響。較輕快的歌曲通常節奏強勁,編曲豐滿;反之,不太輕快的歌曲則可能編曲簡約、節奏較慢。
BPM120
歌詞
Maree'oo
Maree'oo
Maatiin nagaa jennee (Hayye)
Waatiin nagaa jennee (Hayye)
Warri nagaa jenne (Hayye)
Biyyi nagaa jenne (Hayye)
(Gadaan quufaa gabbina)
Gadaa shananiin tumee
Gadaa shananiin muree
Odaa shanan jalattii
Jaalalaan waliin bule
Kan dharaaf hin dhaabbanne amaanaaf cubbuu nyaatee
Kan hundumaa danda'u duudda ofiratti baatee
Saba garaa ball'atu saba garaa galaanaa
Oromoo lammii kiyyaa kotta Irreecha baanaa
Ohoo ohoo
Ohoo ohoo
Roobe didicha (Ho)
Dhufe didicha (Ho)
Baddaa gamoojjii (Ho)
Walitti ililcha (Ho)
Guyyaa Irreechaa
Guyyaa Irreechaa
Guyyaa Irreechaa
Oromoon duruu faayaa faayaan babareedani
Ijoolleen Abbaa Gadaa wal keessa areedani
Guyyaa dardaraa dubree jaalalaan waliin sirbu
Guyyaa garaan hamaatte wal biraa sokkuu jibbu
Gadaatu qaroomina qarooma jabeeffanna
Irreechi irree keenyaa Waaqa galatoomffanna
Handhuura abbaa kiyyaa WBO'n ko lubbuu kiyyaa
Harrallee na booji'ee sirraa dhalachuun kiyyaa
Harrallee harrallee
Harrallee na booji'ee sirraa dhalachuun kiyyaa
Dharaan nutti duulanii kaleessa hoganamu
Awwaala cabse ka'ee dhugaan hin haguugamu
Dharaan nutti duulanii kaleessa hoganamu
Awwaala cabse ka'ee dhugaan hin haguugamu
Yeroon nutti mootullee
Rakkoon sun rakkoo dhaltu
Yeroon nutti mootullee
Rakkoon sun rakkoo dhaltu
Irreechatti deebine dhugaan badde deebite
Irreechatti deebine dhugaan badde deebite
Ohoo ohoo
Ohoo ohoo
Roobe didicha (Ho)
Dhufe didicha (Ho)
Baddaa gamoojjii (Ho)
Walitti ililcha (Ho)
Guyyaa Irreechaa
Guyyaa Irreechaa
Guyyaa Irreechaa
Mee wal haa geenyu Odaa bultum jalatti
(Odaa bultum jalatti)
Mee wal haa geenyu Odaa nabee jalatti
(Odaa nabee jalatti)
Mee wal haa geenyu Odaa bulluq jalatti
(Odaa bulluq jalatti)
Mee wal haa geenyu Odaa bisil jalatti
(Odaa bisil jalatti)
Mee wal haa geenyu Odaa roobaa jalatti
(Odaa roobaa jalatti)
Mee wal haa geenyu Odaa wadar jalatti
(Odaa wadar jalatti)
Qeerroo jette qarree jettee
Foollee jette aduun baatee
Gadaan badde deebite Gadaan badde deebite
Gadaan badde deebite Gadaan badde deebite
Gadaan badde nuu galte Gadaan badde nuu galte

Written by: Kemer Yusuf