Lyrics

Yaantala Oromoo Sanyii koo Sanyii koo Bishaan caalaa na barbaachista Gammachuu mulqattee Gaddite Gaddite Onneen koo boora'ee (Onnee onnee onnee) Cabbiin fedhe roobee Guyyaan kan kee guyyaan kan kee Dukkanaa'us barrii ni gartaa Kootis ga gaddii kee Oromtittii Oromtittii Jajjabee too keessa (Baataa baataa baataa) (Atuu bee atuu bee) Sanyii Taddee Birruu (Atuu bee atuu bee) Abbaa Afrikaanota (Atuu bee atuu bee) Ibsituu jaalalaa (Atuu bee atuu bee) Enyuu siin qixxaataa (Atuu bee atuu bee) Hundaan guuttamtee jirta (Atuu bee atuu bee) Mallattoo nagayaa (Atuu bee atuu bee) Jannata Addunyaa (Atuu bee atuu bee) Akkaa Oromiyaa Sifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko) Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du'a (Wanko) Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa Irraa anaa (Wanko) jaalaalumaa (Wanko) Jilbiiffadhee (Wanko) si dhaabsisaa Sin moohame (Wanko) si moosisaa Yaantala Oromoo Sanyii koo Sanyii koo Bishaan caalaa na barbaachistaa Gammachuu mulqattee Gaddite Gaddite Onneen koo boora'ee (Onnee onnee onnee) Cabbii fedhee roobee Guyyaan kan kee guyyaan kan kee Dukkanaa'us bar ni gartaa Kootis ga gaddii kee Oromtittii Oromtittii Jajjabee too keessaa (Baataa baataa baataa) (Atuu bee atuu bee) Namaaf iddoo qabdaa (Atuu bee atuu bee) Sirni kan kee Gadaa (Atuu bee atuu bee) Ilmoo namaa miti (Atuu bee atuu bee) Seexannuu siif ragaa (Atuu bee atuu bee) Duutus jiraatullee (Atuu bee atuu bee) Ni eggattaa dhugaa (Atuu bee atuu bee) Kee qulqulluu onneen (Atuu bee atuu bee) Lubbuu koo siif kenne Siifan gaddee(Wanko) Siin gammadaa (Wanko) Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du'aa (Wanko) Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa (Wanko) Irraa aanan (Wanko) jaalaaluma (Wanko) Jilbiifadhee (Wanko) sidhaabsisaa (Wanko) Sin moohame (Wanko) si moosisaa (Wanko) Siifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko) Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du'a (Wanko) Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa (Wanko) Irraa aanaan (Wanko) jaalaaluma (Wanko) Jilbiiffadhee (Wanko) si dhaabsisa (Wanko) Sin moohame (Wanko) si moosisaa (Wanko) Sifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko) Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du'a (Wanko) Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa (Wanko) Irraa aanaan (Wanko) jaalaaluma (Wanko) Jilbiifadhee (Wanko) sidhaabsisaa (Wanko) Sin moohame (Wanko) si moosisaa (Wanko) (Wanko) (Wanko) (Wanko) (Wanko) (Wanko) (Wanko)
Writer(s): Danial Tekle Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out