album cover
Hello
album cover
Hello은(는) {albumName} 앨범에 수록된 곡으로 2006년 1월 1일일에 Kemer Yousuf에서 발매되었습니다.NABEK
앨범NABEK
2006년 1월 1일
라벨Kemer Yousuf
BPM
멜로디에 강한 음악
어쿠스틱 악기 중심
발랑스
춤추기 좋은 음악
에너지

뮤직 비디오

뮤직 비디오

가사

Helloo
Helloo
Helloo
Bilbilen bilbilen dadhabe
Walen man hin jirtu
Takkitii too burqa jalala
Ashiita calaa
Onne nafutee
Essa nara kutee
Akkam jodhetin if jajabesa
Mee akkam jodhetin if jajabesa
Jalala qabe an na wardesa
Ogessa jalala essa qubsun tessa
Akkua dhaima naala na cisaa
Silkii billbile mana dhabnanii
Silkii billbile mana dhabnanii
Ciracha guute garra wara isanii
Oboletii xiqo suta gafananii
Garran na hoolate hin jirtuu jananii
Helloo
Helloo
Helloo
Bilbilen bilbilen dadhabe
Walen man hin jirtu
Takkitii too burqa jalala
Ashiita calaa
Onne nafutee
Essa nara kutee
Garran jalala murachu didee
Onnen jalala murachu didee
Araas ga kuno dhibee na fidee
Oll ka'u gadaa ta'u mudama na fidee
Na riifachu banann carqii daarbe kutee
Guyyan balama dhufe naannwee
Guyyan balama dhufe naannwee
Siluma arkee ittin hasawee
Walin marametin an ta'a kottawee
Jiruun simalee an natii hadhawee
Yadda keetiin dhukubadhe
An kopha kiyya mal na waya
Yadda keetiin dhukubadhe
An kopha kiyya mal na waya
Xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya
Xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya
Yadda keetiin dhukubadhe
An kopha kiyya mal na waya
Yadda keetiin dhukubadhe
An kopha kiyya mal na waya
Written by: Kemer
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...