album cover
Dirree
46
Pop
Dirree은(는) 앨범에 수록된 곡으로 2006년 1월 1일일에 Kemer Yousuf에서 발매되었습니다.NABEK
album cover
앨범NABEK
발매일2006년 1월 1일
라벨Kemer Yousuf
멜로디에 강한 음악
어쿠스틱 악기 중심
발랑스
춤추기 좋은 음악
에너지
BPM119

뮤직 비디오

뮤직 비디오

크레딧

실연 아티스트
Kemer Yousuf
Kemer Yousuf
실연자
작곡 및 작사
Kemer Yousuf
Kemer Yousuf
작사가 겸 작곡가
프로덕션 및 엔지니어링
Kemer Yousuf
Kemer Yousuf
프로듀서

가사

Hasawni kee ni miawa
Jachi kaan kee kaan alawaa
Hasawni kee ni miawa
Jachi kaan kee kaan alawa
Namshi sawaa sawaa sawa
Yaa bareeduu Dirree Dhawaa
Gaanama baariisaa Haraamayaa kae
Awotobiis yaabadheetiin awdayiin bahe
Gaanama baariisaa Haraamayaa kae
Awotobiis yaabadheetiin awdayiin bahe
Aama lubuu takkan dhangagoon gadaa bue
Hoogunaan dhabadee shaagee Dirree Dhawaa
Suttatin haasawee
Lubuun tiyya jattee
Onnen tiyya jattee
Arra waa miilkaee
Hasawni kee ni miawa
Jachi kaan kee kaan alawaa
Hasawni kee ni miawa
Jachi kaan kee kaan alawa
Namshi sawaa sawaa sawa
Yaa bareeduu Dirree Dhawaa
Harrkka waal qabanee magala gadbune
Koonel qaxamuuree diildila raa bane
Harrkka waal qabanee magala gadbune
Koonel qaxamuuree diildila raa bane
Kazira number one jalalan dawane
Dhebu tenya maraa laga harree kuune
Cunnfaa burtukana waal harrkka fudhanne
Mango solafanee waliin bashanane
Dirree Dirree Dirree Dirree Dirree Dirree jae
Naadide garaan koo
Simalee kaanbirra
Kootu siin xuxuxa
Yaa karameela
Sii namiawa
Akka shankora
Siniin hassawa
Si tuu na dawwa
Siniin hassawa
Si tuu na dawwa
Siniin hassawa
Yaa bareeduu Dirree Dhawaa
Yaa bareeduu Dirree Dhawaa
Kootu yaana bashanana gandaa qooree gandaa qooree
Kootu yaana bashanana laga haarree laga haarree
Kootu yaana bashanana gandaa gaaraa gandaa gaaraa
Kootu yaana bashanana gam qafirra gam qafirra
Kootu yaana bashanana amisitanya amisitanya
Kootu yaana bashanana qabri joolee qabri joolee
Kootu yaana bashanana gandaa dipoo gandaa dipoo
Kootu yaana bashanana abba deesaa abba deesaa
Kootu yaana bashanana number one number one
Written by: Kemer
instagramSharePathic_arrow_out􀆄 copy􀐅􀋲

Loading...