Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Eyob Mekonen
Eyob Mekonen
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Eyob Mekonen
Eyob Mekonen
Songwriter
RR
RR
Songwriter

Lyrics

Hin fagattin narra Jalalalaa na jiraa Jaalaltikee nattitaate gaarra Mee lakli si fagaachu firaa Sirraa naa qabdhee jaalalti Yoo naa naatee maalsi fakkaatii Sirra naa qabdhee jaalalti Yoo naa naatee maalsi fakkaatii Hin fagattin narra Jalalalaa na jiraa Jaalaltikee nattitaate gaarra Mee lakli si fagaachu firaa Sirraa naa qabdhee jaalalti Yoo naa naatee maalsi fakkaatii Sirra naa qabdhee jaalalti Yoo naa naatee maalsi fakkaatii Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa Yomiiyyoo sin jaallaa Yaa intaloo haalalaa Jaalaltikee jabdhuu hundarraaa Koo garaa hinjabaatin mararraa Sin dhaboon heddhuu naamitee Jaalatitee ba'aa natti taatee Sin dhaboon heddhuu naamitee Jaalatitee ba'aa natti taatee Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa Rakkadhee siwawaydhee Attuu dhibdhe sii hinadhee Lubbotiin jiraa Yaadhan na jiraa Dhisii ifiraa Fagaachoof firaa Lubbootiin jiraa Yaadhaan na jiraa Dhisii ifiraa Fagaachoof firaa Lubbootiin jiraa Yaadhaan na jiraa Dhisii ifiraa Fagaachoof firaa Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa Rakkadhee siwawaydhee Attuu dhibdhe sii hinadhee Lubbotiin jiraa Yaadhan na jiraa Dhisii ifiraa Fagaachoof firaa Lubbootiin jiraa Yaadhaan na jiraa Dhisii ifiraa Fagaachoof firaa Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa Yoom dhufte walgaraa Jaalakoo adharaa Narroraasiin garaa Koona baasi dharraa
Writer(s): Samuel Alemu, Eyob Mekonen Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out