Music Video

Credits

PERFORMING ARTISTS
Haacaaluu Hundessaa
Haacaaluu Hundessaa
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Haacaaluu Hundessaa
Haacaaluu Hundessaa
Songwriter
Uummataati Oromo
Uummataati Oromo
Songwriter

Lyrics

Hinuman tiksee mala kulatoo Ashuffeen baddaa loon hin gabbisuu Hinuman rafee malee yaa lammi Tokkummaa dhabuun nama hin raffisuu Halayyaan hallayumma maltuu halayyan hurufa jedhee Alagaan alaguuma Alagaan alaguuma maaltu algaadhan fire jedhee Kobbortaa Ormi nama hin baatu Yoo abaan offi baatatee malee Roorroo Orma irraa dhuftee Roorroo dina irraa dhuftee Maaltu namaa dhoowwa Abbaatu dhoowata malee maaloo maaloo maaloo Biyaa Ormaa dhaquun nama hin dhibu Galuu nama dhibaay Biyaa offii yaa gaaddisa garbuu Aduun nama hin argu jarana Caamsaa dhuftan moo birraa Yaa sawileen koo saayan oboori Caamsaas hin dhufnuu birraa Caamsaas hin dhufnuu birraa Hin dhufnu kaloo nutti bitani Kaloo nutti bitani Kaloo nutti bitani Furdannaan haalbeedhaan nu fixanni maaloo maaloo maaloo Jabiloota koo Ya jabiloota Odaa jalaa Kan nama nyaatu nu keessaa jira Jabiloota koo Ya jabiloota Odaa jalaa Kan nama nyaatu nu keessaa jira maaloo maaloo maaloo Maasaan gamaa lafa hin baatu Maasaan gamaa lafa hin baatu Talbaa facaafata taatii Talbaa facaafata taatii Tokko du'ee, tokko hun taa'uu Wal gaggalaafata taatii Wal gaggalaafata taatii Emmolee yaa garba ciisaa Waan offi maaltu gadhisa (Emmolee yaa garba ciisaa Waan offi maaltu gadhisa) Maasaan gamaa lafa hin baatu Maasaan gamaa lafa hin baatu Talbaa facaafata taatii Talbaa facaafata taatii Tokko nyaate, tokko hun taa'uu Wal gaggalaafata taatii Wal gaggalaafata taatii Emmolee yaa garba ciisaa Waan offi maaltu gadhisa (Emmolee yaa garba ciisaa Waan offi maaltu gadhisa) Kana gadii xaafi calleess Ilmaa namaa qeerroo jabeessani Oduu sobaa maalif odeessani Saba qulqulluu maa xureessani Emmolee yaa garba ciisaa Biyaa offi maaltu gadhisa (Emmolee yaa garba ciisaa Biyaa offi maaltu gadhisa) Kana gadii xaafi calleessani Ilmaa namaa qeerroo jabeessani Oduu dhaaraa maalif odeessani Saba qulqulluu maa xureessani Emmolee yaa garba ciisaa Oromiyaa maaltu gadhisa (Emmolee yaa garba ciisaa Oromiyaa maaltu gadhisa) Sangaa ofaa jennaan Oofnee baane Shagaritti Kun shaniin bitataa Kun shantamaan bita gariinii Yaa alaamaa qawwee Taa'an tola labaniinii labaniin hin iyaa Maarree yoo du'e jabaan gaafaa biyaa (Labaniin hin iyaa maarree yoo du'e jabaan gaafaa biyaa) Ambo keessaa lolaa qaata Shaggar Gahe mataani abaanis yoo du'ee Ilmaa jira hin badu maqaanii Burree yaa gaaddidduu Boosoon maa si elmatti dhitte hun diddu (Burree yaa gaaddidduu Boosoon maa si elmatti dhitte hun diddu) Iyyaandanqoo nuugii Jimmaa dhahuu Imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu (Iyyaandanqoo nuugii Jimmaa dhahuu Imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu) Ambo gubbaa yaa baala goodaarre yaa baala godaarre Wallaaggarraa yaa baala goodaarre Arsi gubbaa yaa baala goodaarre yaa baala goodaarre Solooloorraan yaa baala goodaarre Suma abdin koo yaa baala goofaree yaa baala goofaree Essa jirtaa yaa baala goofaree Iyyaandanqoo nuugii Jimmaa dhahuu nuugii Jimmaa dhahuu Imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu (Iyya andanqoo nuugii Jimmaa dhahuu Imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu) Ambo gubbaa yaa baala goodaarre yaa baala godaarre Jalduu gubba yaa baala goodarre Miida gubbaa yaa baala goodarree yaa baala goodarree Hincinniirraan yaa baala goodarree Suma abdiin koo yaa baala goofarree Essa jirtaa yaa baala goofaree Teepha lookoo yaa teepha lookoo yaa teepha lookoo Suman yaadee yaa jajjebeekoo Essa jirtaa yaa jajjebeekoo yaa jajjebeeko Teepha lookoo yaa teepha lookoo Teepha lookoo yaa teepha lookoo yaa teepha lookoo Suma abdiin koo yaa qeerransoo koo Suma abdiin koo yaa yaa jajjebeekoo Essaa jirtaa yaa jajjebeekoo Suma abdiin koo yaa qeerransoo koo Essaa jirtaa yaa jajjebeekoo
Writer(s): Samuel Alemu, Haacaaluu Hundessaa, Uummataati Oromo Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out